Technology Afaan Ofiin Barachuun Qaroomina || Afaan Oromoo Technology || Burka Tech | Oro Tech

Опубликовано: 22 Декабрь 2024
на канале: Burka Tech
1,193
51

Jaarraa 21ffaa bara teekinooloojii kana keessaa odeeffannoo fi beekumsa teekinooloojii afaan ofiin argachuun hedduun nama gammachiisa. Kana qofa miti maddi odeeffannoo kun guddina Afaan Oromootiif gahee guddaa taphataa jira. Maarree isinis channel kana #subscribe fi #share gochuun guddina afaan kanaatiif gahee keessan bahachaa odeeffannoo fi beekumsa isin fayyadus argachaa yeroofi tekinooloojii faana adeemaa isiniin jenna.
Galatoomaa!
Subscribe and share burka tech
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
   / @burkatech  
Oro Technology, Oro Tech, Afaan Oromoo Technology, Oromoo Technology, Oromo Technology